2 Kings 13:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba sunifi AABBO Waaqi worra Israeliti dallane, aka Hazaelini hayyu Shamutifi ilmi isaa Benhadadi worra Israeli dabsatu, maro heddu iti lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Rabbi banii Israa'eliitiin lolee dabarsee bara jiraatan maraa harka mootii Sooriya'aa Azaaheelii fi ilma isaa Wolda'aadeeriif kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootii Waan Maraa Israa'elootatti guddoo aaree, bara heddu'uuf harka mooticha Sooriya'aa Hazaa'eliitii fi ilma isaa Ben-Hadaadiititti dabarsee isaan kenne.