2 Kings 13:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehoahazini AABBO Waaqa kad'ate, AABBO Waaqileeni aka hayyuuni Shamu guddo worra Israeli dabsate arginaani kad'a isaa d'agaye,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Iyyoo'akaaz Rabbiin kadhatee Rabbi rakkinna mootiin Sooriya'aa isaan irra geesse waan argeef kadhaa isaa dhagayeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yeho'ahaaz gara Mootii Waan Maraa daadimate; Mootiin Waan Maraalle mootichi Sooriya'aa Israa'eloota akka cunqursiisatti jiru dhaggee, daadimata Yeho'ahaazii dhage'e.