2 Kings 13:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi qarqaarsa worra Israelitini harka worra Shamu keesaa baasu ergeefi, duuba akasiini worri Israeli akuma duri kaani nagaya horate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Rabbi Mootii Israa'eliif worra Sooriya'aa jalaa baasu ergeef; achiin maayessa worri Israa'elii akkuma duraa qe'ee ufii keessa nagayaan jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa, nama Israa'eloota worra Sooriya'aa jalaa baasu ergeef; Israa'elootille harka worra Sooriya'aa jalaa bayanee akkuma durii nageyaan le'ane.