2 Kings 13:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoahazini askarti shantama ta fardatifi gaari kud'anifi askarti miilaani yaatu ta kuma kud'ani male askarti d'ibi inqabu; wonti akanatiifi askarti taani ch'ufa worra Shamuti hobaase d'ukeese ira ejaanjate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'akaazi worra fardaa shantama, worra konkolaataa fardaa kudhanii fi loltuu kuma kudhanii malee ka biraa hin hafneef; sababaan wonti kun ta'eef waan loltoota kaawwan mootiin Sooriya'aa akka buraa midhaan oobdi'iititti jalaa bulleesseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Sooriya'aa, loltoota Yeho'ahaazii balleessee, akka bukuu yennaa midhaan dhowanu kaatuu waan godheef, abbootii fardaa shantama, garreettaa fardaan harkifamu kudhanii fi loltoota miilaa kuma kudhan malee tokkolle hin hanne.