2 Kings 14:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana Amazia, atini waan worra Edomu dabsateefi akana kiyyibda. Gurri sunini ya sii gahe, ufiraa tai; atini maanifi gaargala barbaadda, ka sifi worra kanke balleesu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Emeesiyaas! ati waan worra Edoomotaa mooyatteef boontaa? mootee argattetti gammaddee mana kee taa'uu sii woyya maaf waan sii fi banii kee irrattillee balaa fidu ufitti kaasuu barbaadda?» jedhee gara mootii Ameesiyaasii dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati dhugumaan worra Edoomii injifatteerta; gadhaa keeti keessatti ifi jajjeerta. Injifachaa dhaggatteen gammadii, mana keeti tee'i; maaniif ifiif jiddee Yihudaalle akka jidduuf tuttuxxee rakkinna ifi irratti fida» jedhe.