2 Kings 14:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Amaziani isa ch'aqasu dide, tanaafi Yehoashi, hayyuuni Israeli, askarti ufi fud'ate, Beth-Shemasi lafa Yuda keesati isa had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaas garuu dhagawuu didee lolaaf baye; inninii fi mootiin Yihuuda'aa Ameesiyaas raasaa Beetasamiisii ta Yihuudaa biraatitti wol lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan ammoo isa dhage'uu waan dideef, mootichi Israa'elii Yeho'aash loltoota ifii fudhatee, mooticha Yihuda'aa Amaasiya'atti duulee, biyya Yihuda'aa keessatti qachaa Bet-Shemeshiititti isa lole.