2 Kings 14:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yehoashini tolche, jannooma inni Amazia hayyu Yudatini dabsatele ch'ufa kitaaba Odu Hayyoota Yuda keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Yoo'aas hojjate, gara jabeenni isaa, akki inni mootii Yihuuda'aatiin wol lole galmee seenaa mootota Israa'elii keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin ta mootichi Yeho'aash huje duudiin, jannummaan isaa ta inni mootii Yihuda'aa Amaasiyaa lolelle, kitaaba dabarsii mootota Israa'elii keessatti barreeffanteerti.