2 Kings 14:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti Yerusalemu keesati mala ijeecha iti d'aate jennaani inni kae Lakishiti baqate, ammo nyaapi isaa kaani faana d'ae achiti isa ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yerusaalemitti Ameesiyaasiin ajjeesu'uuf itti malanii turan; sababaa kanaaf Ameesiyaas dheessee gara qachaa laakkisoo dhaqe; diintonni isaa garuu laakisotti nama itti erganii ajjeesisiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaa ijjeesiisaaf Yerusaalem keessatti mala itti waan dhowaneef, inni gara qachaa Laakiishiititti baqate; isaan ammoo namoota isa gula erganee achitti isa ijjeesisane.