2 Kings 14:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ganni isaa diddami shani, duuba inni ganna diddami sagali Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isa maqaani Yehoadani, ta worra Yerusalemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa moowu nama woggaa diddamii shanii ture; Yerusaalemiin irratti woggaa diddamii sagal bulche; haati isaa ta Yoo'aadaa jedhamtu dubartii Yerusaalemiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mootii yennaa te'e, nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa diddamii sagal bulche; maqaan haadha isaa Yo'adaan; isiin nama qachaa Yerusaalemii ti.