2 Kings 14:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Yuda ilma isa Uzia, ka ganni isaa kud'ani jaa, hayyu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yihuuda'aa maruu mucaa Azaariyaasii Ooziyaa ka woggaa kudha jahaa fuudhanii bikka Ameesiyaasii mootii taasisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Yihuda'aa ilma Amaasiya'aa Azaariyaa ka woggaan isaa kudha jaa, addee Amaasiyaa abbaa isaatitti isa mootii godhane.