2 Kings 14:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, akuma Yeroboamuni, ilmi Nabathi, ka isa durati hayyu tahe worra Israeli ch'ubbu keesa, buuse innileeni akasuma tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjatee cubbuu Iyyoorbi'aamii ilma Naabaaxii ka Israa'eliin dogoggorse maraa irraa hin deebine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujee, cubbuu ilmi Nebaatii Yerobi'aam, akka Israa'elooti hujju godhe san mara irraa hin deebine.