2 Kings 14:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa worra Israeli ta duri nyaapi fud'ate ch'ufa nyaapa suni dabsate iraa deebise, kaarra Hamathi ta mirgati fuud'e galaana Sooda ka bitaati d'aabe lafa ch'ufa deefate. Tunini waan AABBO Waaqi Israeli duri raaga Yona, ilma Amitai, ka worra Gath-Heferitini biyyati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa armaan dura ta Israa'elii ture karaa Haamaatii gara kaabaatiin jiruu jalqabee gara kibbaatiin haga galaana Arabaa maraa mooyatee deebise; kun maruu ka raawwatame sababaa garbicha Rabbii ilma Amitaayii Yoonaasii raattichaa dhalataa biyya Gaatifeeriitiin abdii Rabbi Waandhi Israa'elii kenneetiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, karaa tajaajilaa ifii Yoonaasii ilma Amiitaayii raagicha Gaat-Hefertiin akkuma dubbatetti, Yerobi'aam meessaa Israa'elii, seensuma gara Haamaatii irraa kaasee, haga Abbaayaa Arabaayii addee duriititti deebise.