2 Kings 14:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka worri Israeli gaargala gudda qabu, ka nami worra qarqaaru tokoleeni injirre arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi rakkoo hamaa Israa'elii arge; Israa'eliin keessa garbichallee yoo ta'e wolabtichi nama isaan gargaaru hin qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Israa'el keessaa marti, garbi yookiin nami bilisa te'e akka farriisatti jiranu, nami isaan qarqaarulle akka hin jirre Mootiin Waan Maraa dhagge.