2 Kings 14:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi worra suni ch'ufa haga jiru jireenna balleesu infeene, tanaafi harka hayyu Yeroboamutini worra baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka banii Israa'elii lafa irraa balleessu hin dubbanne; kanaafuu karaa ilma Yoo'aasii Iyyoorbi'aamiitiin Rabbi isaan hambise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo, «Maqaa Israa'elootaa biyya lafaa irraa ijjumaa hin balleessa» waan hin jedhiniif, inni karaa Yerobi'aamii ilma Yeho'aashiitiin isaan hambure.