2 Kings 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan dansaa tolche, AABBO Waaqa gammachiise, ammo tatule haga ababo isa Daudi ingeenne; waan ch'ufa inni akuma abba isa Yoashi tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan qajeelaa Rabbiin afo'otti hojjate; garuu waan abbaan isaa hojjate hojjate malee akka abbaa isaa akka Daawitii hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje; te'uu malee akka Daawitii abbaa ifii ka durii hin hunye; inni waan mara akka abbaa ifii Yo'aasii huje.