2 Kings 14:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla Waaqa d'ara iti kad'atani, ta gaareeni gubbaa tokole inch'absine; ammalle biyyiti artiti sorio baafte hit'aana aarsu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hulee sagadaa ka tulluu irraa ka worri ormaa itti waaqeffatan hin diinne; sababaa kanaaf baniin tulloota irratti ciincaa dhiyeessu'uu fi hixaana aarsuu hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, addeen waaqonfanna'aa waan hin diigaminiif, kolbaan addee waaqonfanna'aa sanitti ciincaa dhikeessiisaa fi hixaana aarsiisa hin lakkinne.