2 Kings 14:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tatule inni ijoolle worraa inhobaamne, akuma AABBO Waaqi Seera Musa keesati biyyati hime: Wollaala ijoolleeti jed'ani abba inijeesani ka abbaale jed'ani ijoolle inijeesani; nama wollaaluma inni tolche ch'allaani ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma kitaaba seera Muuse'ee keessatti barreeffame Rabbi, «Namni maruu cubbuu ufiitiif haa du'uu malee cubbuu ijoollee ufiitiif hin du'in; Cubbuu abboonni hojjataniif ijoolleenillee hin du'in; namni kamuu yakkuma ufii hojjateef du'aan haa adabamuu» jedhee kenne raawwateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee kitaaba seera Muuse'ee keessatti, Mootiin Waan Maraa, «Nami tokko tokkooyyuu cubbuu ifiitiif ijjeefamuu malee, abbootiin cubbuu ijoolle'eetiif, ijoolleen cubbuu abbooti'iitiif hin ijjeefamin» jedhee akkuma ajaje, ilmaan worra abbaa isaa ijjeese sanii hin ijjeenne;