2 Kings 14:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amaziani askarti Edomu, ta kuma kud'ani, Bale Sooda keesati fit'e. Ammalle dira Sela had'e dabsate, maqa Yoktheli baaseefi, diri sunini arrale maqa suni inuma qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaas, hulee «Dhooqa sooqiddaa» jedhamee waamamutti loltoota Edoomiyaasii kuma kudhanii fixe; qachaa Seelaa jedhamtu qabatee «Yooqixi'eel» jedhee maqaa itti baase; haga adhaa maqama kanaan waamamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan worra Edoomii kuma kudhan dhooqa sooddaa keessatti fixe; inni qachaa «Selaa» jedhamu lolee qabatee, «Yaqti'el» jedhee moggaase; qachaan sun haga adhaalle maquma kanaan waamama.