2 Kings 15:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni faana Yeroboamu, ilma Nabathi, ka haga ufi jiru ch'ufa worra Israeli ch'ubbu keesa buuse, gula bahe, AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjate; cubbuu ilmi Naabaaxii Iyyoorbi'aam hojjatee Israa'eliin dogoggorse irraallee hin fagaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje; inni bara mootummaa ifii cubbuu ilmi Nebaatii Yerobi'aam akka Israa'elooti hujju godhe san irraa hin deebine.