2 Kings 15:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tiglath-Pilesari, hayyuuni Ashuru, lafa Israeli had'e, duuba Menahemuni, qarsi kilo kuma sodomi afuri isaa kenne, aka akasiini qarqaarsa isaa argate irre ufi, ta lafaani mohatu, jabeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Tiiglaat Pheeneseer Israa'eliin hunnaan qabannaan mootiin Minaaheen akka mootummaa isaa jabeessuu fi akka isa gargaaru saqilii giraama kuma tokko kennaa godhee Tiiglaat Pheeneseerii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Asoorii Tiiglaat-Phileeser ka, «Phul» jedhamu biyya Israa'elii lole; Menaahem qarqaarsa isa irraa dhaggatiisaa fi mootummaa ifii jabeeffatiisaaf, meetii kiiloogiraama kuma soddomii afur Tiiglaat-Phileeseriif kenne.