2 Kings 15:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Menahemuni beese suni ch'ufa worra dureeyyi irreeni iraa fud'ate, nama ch'ufa qarsi shantama. Jennaani hayyuuni Ashuru kae lafa isati gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaheen dureeyyii Israa'elii irraa birrii guuree Tiigla'aa kenne. Innillee birrii san fudhatee nagayaan gara biyya ufii deebi'ee gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Menaahem meetii mooticha Asooriitiif kennu san, dureeyyii Israa'elii tokko tokkoo isaanii irraa meetii gara giraama dhibba shanii guure. Maarre Tiiglaat-Phileeser biyya san keessa turiisa lakkisee, gara biyya ifii deebi'ee deeme.