2 Kings 15:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi gudda askarti Pekahia toko, ka maqaani isa Peka, ilma Remalia, nama shantama ka Gileaditini wolti malatani, fulla jajabdu mana hayyu ka Samaria keesati Pekahia ijeese, fulla isa Hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan loltootaa Faaquheen ilmi Ramaaliya'aa namoota Gala'aadii woliin ta'ee dhara dhaye; gola mana mootumma'aa keessa seenee Faaqisiyaas, Argobiina'aa fi Haariyyee fa'a ajjeesee bikka Fagaahiya'aa mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajjoota loltoota isaa keessaa tokko, ilmi Remaaliya'aa Pheqaan mala isa irratti dhowee, namoota biyya Giil'aadii shantama woliin, mana mootumma'aa ka dalleya dhaka'aatiin marfame, qachaa Samaariya'aa keessatti, Pheqaayaa, Argoobii fi Ariyee ijjeesee; addee Pheqaaya'aatitti mootii te'e.