2 Kings 15:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna shantami lameeso ka Uziani hayyu Yuda tahe, Pekani, ilmi Remalia, hayyu Israeli tahe, ganna diddama Samaria keesa lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Azaariyaas Yihuudaa irratti mooye woggaa shantamii lammeesso'ootitti ilmi Roomeeliyu'uu Faaquheen woggaa diddamaa Samaariyaa keessa taa'ee Israa'eliin bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Azaariyaan mootii Yihuda'aa te'ee woggaa shantamii lammeesso'ootitti, ilmi Remaaliya'aa Pheqaan mootii te'ee qachaa Samaariya'aa keessa tee'ee, woggaa diddama Israa'el bulche.