2 Kings 15:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni faana Yeroboamu, ilma Nabathi, ka worra Israeli ch'ubbu keesa buuse gula bahe AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjatee cubbuu ilmi Naabaaxii Iyyoorbi'aam hojjatee Israa'eliin dogoggorse irraallee hin fagaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujee, cubbuu ilmi Nebaatii Yerobi'aamii, akka Israa'elooti hujju godhe san mara irraa hin deebine.