2 Kings 15:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma abba isaa Amazia waan AABBO Waaqa gammachiisa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abbaan isaa Ameesiyaas waan mishaa mara godhe innillee Rabbiin afo'otti waan mishaa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbaa ifii Amaasiya'aa Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje.