2 Kings 15:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ganni isaa diddami shani, inni ganna kud'ani jaa Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isa maqaani Yerusha, isiini dubra Sadoki.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa mootii ta'u ka'ima woggaa diddamii shanii ture; teessoo ufii Yerusaalemiin godhatee woggaa kudha jahaa bulche; haati isaa Yeruus intala Saadooq uumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa mootii te'e, nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa kudhanii jaa bulche; maqaan haadha isaa Yerusha'a; isiin intala Zaadoqii ti.