2 Kings 15:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tatule fulla waaqa d'ara iti kad'atani, ta gaareeni gubba, tokole imballeesine, biyyitileeni sorio baafte hit'aana aarsu illakimne. Nami balbala fullo Mana Waaqa ta mirga jaare Yothamu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hulee sagadaa ka tulluu irraa hin balleessine; baniin tulluma san irratti ciincaa ciincessa'aa hixaanallee aarsa'aa turan; inni balbala mana woyyuu Rabbii ka ol aanu hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, addeen waaqonfanna'aa waan hin diigaminiif, kolbaan addee waaqonfanna'aa sanitti ciincaa dhikeessiisaa fi hixaana aarsiisa hin lakkinne. Yotaam karra Galma Mootii Waan Maraa ta gara olii ijaare.