2 Kings 15:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafi Yothamuni lafa Yuda mohate suni, gaafa AABBO Waaqi qara hayyu Resini ka Shamutifi hayyu Peka ka Israeli, lafa Yuda had'iisaa erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi duraan mootii Sooriya'aa Ra'aasoonii fi mootii Israa'elii Faaquhee hennaan akka isaan Yihuudaa irratti balaa buusan erge bara Iyyoo'aataam Yihuudaa irratti mootii ta'ee bulcha'aa ture ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa bara san biyya Yihuda'aa irratti, mootii Sooriya'aa Resiinii fi ilma Remaaliya'aa Pheqaan kaasee itti erguu jalqabe.