2 Kings 15:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla waaqa d'ara iti kad'atani, ta gaareeni gubbaa, imballeesine, biyyiti achiti sorio baafte hit'aana aarsu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hulee itti sagadan ka tulloota gubbaa jiru waan hin balleessineef baniin hulee sagadaa ka tulloota gubba'aa sanniinitti ciincaa ciincessa'aa hixaana aarsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, addeen waaqonfanna'aa waan hin diigaminiif, kolbaan addee waaqonfanna'aa sanitti ciincaa dhikeessiisaa fi hixaana aarsiisa hin lakkinne.