2 Kings 15:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi d'ukuba hama aka qomaat'a Uziati buuse, d'ukubi sunini haga inni jiru ch'ufa isa lakisu dide. Inni ka huji inhojanne manumati gale ufi iraa tae, ilmi isa Yothamu lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi waan dhibee gogaa kukkutuun isa dhayeef inni haga du'utti dhibeen sun waan isa hin dhiifneef hujii maraa irraa dhooggamee mana addaa keessa hojja ufii jiraata'aa ture. Hennaa san bikka isaa ilma isaa Iyyoo'aataamitu banii bulcha'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dhukkuba goga'aa farrisiisaa mooticha Azaariya'atti buuse; inni haga guyyaa du'a ifii dhukkuba san irraa hin fayyine; qofii ifii mana adda te'e keessa le'e; ilmi mootichaa Yotaam mana mootumma'aa irratti itti gaafatamaa te'ee, kolbaa lafa sanii bulche.