2 Kings 15:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna sodomi saddeeteeso ka Uziani hayyu Yuda tahe Zekariani, ilmi Yeroboamu, hayyu Israeli tahe, jia jaa Samaria keesa lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Azaariyaas biyya Yihuuda'aa irratti mooyee woggaa soddomii saddeetesso'ootitti Zakkaariyaas ilmi Iyyoorbi'aamii Samaariyaa keessatti Israa'eliin ji'a jahaa bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Azaariyaas Yihudaa irratti mootii te'ee, woggaa soddomii saddeetesso'ootitti, ilmi Yerobi'aamii Zakaariyaas mootii te'ee, Samaariyaa keessa tee'ee, ji'a jaa Israa'el bulche.