2 Kings 15:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma nama isa durati hayyu tahe kaani ch'ubbu AABBO Waaqa durati tolche. Inni faani Yeroboamu, ilma Nabathi, ka worra Israeli ch'ubbu keesa buuse, bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkuma abboonni isaa Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjatan waan hamaa hojjatee cubbuu Iyyoorbi'aam ilmi Naabaaxii hojjatee worra Israa'elii dogoggorse irraallee hin fagaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbootii ifii ta durii Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje. Inni cubbuu ilmi Nebaatii Yerobi'aam akka Israa'elooti hujju godhe san irraa hin deebine.