2 Kings 16:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa hayyu Ahazini hayyu Tiglath-Pilesari dira Damaskiti argu d'aqe, inni waan sorio irati baasani achiti arge, akheekha isi ka fulla tokole illakisini ch'ufa t'aafe qaallicha Uriati erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Aka'aaz mootii Asoorii Telgeltelfelsooriin wol gayu'uuf gara Damaasqo'oo dhaqee hulee ciinca'aa ka Damaasqoo keessa jiru arge; mootichi Aka'aaz akkaataa huleen ciinca'aa itti ijaaramee fi bifa isaa gara gadicha Ooriya'aa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Ahaaz, mootii Asoorii Tiiglaat-Phileeser dhaggiisaaf gara Damaasqo'oo dhaqe; inni addee ciinca'aa takka Damaasqoo keessatti dhaggee, fakkii addee ciinca'aa san harkaan hujee, karoora ijaarsa isi'ii mara woliin, hayyicha Uriiya'atti erge.