2 Kings 16:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Uriani waan sorio irati baasani kama akasi suni jaare, ato Ahazini ingaliini, hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Ooriyaan gadichi uduu mootichi Aka'aaz deebi'ee hin dhufneen dura hulee ciinca'aa ka san fakkaatu hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre adoo mootichi Ahaaz hin deebi'in, hayyichi Uriiyaan akka fakkii mootichi Ahaaz Damaasqoo irraa erge saniititti addee ciinca'aa ijaaree fixe.