2 Kings 16:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Damaski gale jennaani, Ahazini aka wonti sorio irati baasani suni jaaramte hobaate arge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi hennaa Damaasqo'oo dhufe hulee ciinca'aa san argee gara hulee ciinca'aa dhiyaatee isa irra baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Ahaaz Damaasqoo irraa deebi'ee addee ciinca'aa yennaa dhagge, achi irratti ciincaa dhikeessiisaaf dhaqe.