2 Kings 16:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba inni horifi mid'aani sorio baase irati gube, daad'ifi d'iiga sorio wold'ageeti gubbati jisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa irratti ciincaa gubamuu fi midhaan ciinca'aa dhiyeessee kennaa dhuddo'oollee isa irratti jisse; dhiiga fayyumma'aa ka ciinca'aaf dhiyaate facaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee ciinca'aa san irratti kennansa gubamuu fi kennansa midhaanii dhikeessee, kennansa daadhii woyni'ii irratti dhangalaasee, kennansa dhiigaa ka tokkumma'aa irratti fiffixe.