2 Kings 16:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti mesa fakaata, ka sibiila diimani mid'aasani maqa AABBO Waaqatini eebisani waan sorio irati baasani hareeti taanifi Mana Waaqa jiddu jirti. Tanaafi Ahazini arti fuud'e waan inni jaare sorio irati baasani kaani mirga kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa ka sibiila diimaa irraa hojjatame ka afoo Rabbii jiru hulee woyyuu afo'oo fi mana woyyumma'aa ka Rabbii jiddu'uu baasee karaa kaabaatiin hulee ciinca'aa bira kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz addee ciinca'aa ta sageettuu irraa hujante, ta addee ciinca'aa haareyaa fi Galma Mootii Waan Maraa wodhakkaa, Mootii Waan Maraa dura jirtu fuudhee, addee ciinca'aa haareya irraa gara kaabaatitti keye.