2 Kings 16:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka hayyu Ashuru gammachiisu Ahazini waan barch'umani hayyu ira eju Mana Waaqaa keesaa baase, balbala Mana Waaqa ta hayyuuni ch'allaani olseenuni ch'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Rabbii ka mana mootummaa ufii keessatti ijaare irraa adda baase; mootii Asooriitiif jedhee karaa mootichaa ka diidaa gara mana Rabbii naannesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz mooticha Asoorii gammachiisiisaaf jedhee, waan akka gaaddisaa ka mootichi guyyaa Sanbataa akka jala tee'uuf, Galma Mootiin Waan Maraa keessatti hujame fuudhee baasee, karra seensuma mootichi gara Galma Mootii Waan Maraa ittiin seenulle cufe.