2 Kings 16:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi ganni isaa diddama, inni ganna kud'ani jaa Yerusalemu keesa lafa mohate. Inni faana ababo isaa Daudi gula bahu dide, waan AABBO Waaqa isaa ingammachiimne tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mooyu umuriin isaa woggaa diddama ture; inni teessoo ufii Yerusaalemiin godhatee woggaa kudha jahaa Yihuudaa bulche; inni Rabbiin afo'otti akka abbaa ufii Daawitii waan mishaa hin goone.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz yennaa mootii te'e nama woggaa diddamaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa kudhanii jaa bulche. Inni akka Daawitii abbaa ifii ka durii Mootii Waan Maraa Waaqa ifii duratti waan sirrii te'e hin hunye.