2 Kings 16:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla waaqa d'ara iti kad'atanifi gaareeni gubbafi mukeeni gaadisa gugurdo jalaleeti, Ahazini sorio baase hit'aana aarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aka'aaz tullootaa fi hulee sagadaa irratti, muka jalatti ciincaa ciincessa'aa hixaanallee aarsa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz addee waaqonfanna'aa irratti, qaccee koobotaa irratti, muka banqaaqaa mara jalatti ciincaa dhikeessee, hixaanalle aarse.