2 Kings 16:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Gaafasi hayyuuni Edomu dira Elathi had'e dabsate, worra Yudea ka keesa tau keesaa baase. Duuba worri Edomu Elathi qubate, haga arrale achuma taa.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san keessa mootiin Sooriya'aa Ra'aasoon qachattii Eelaatii gara Sooriya'aa deebise; worra Yihuuda'aa qachattii Eelaatii irraa ari'e; achiin maayessa worri Edoomii gara Eelaatii dhufanii haga adhaa isii keessa jiraata'aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san mootichi Sooriya'aa Resiin, Yihudoota ari'ee baasee qachaa Elootii Sooriya'aaf deebise. Namooti Edoomii ka Elootitti galane haga adhaalle achi keessa le'an.