2 Kings 17:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna kud'ani lameeso ka Ahazini hayyu Yuda tahe, Hosheani ilmi Eela hayyu Israeli tahe, ganna sagali Samaria keesa lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Aka'aaz Yihuudaa irratti mooye woggaa kudha lammeesso'ootitti ilmi Eela'aa Hooseen teessoo ufii Samaariyaa keessa godhatee woggaa sagalii Israa'eliin bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz mootii Yihuda'aa te'ee woggaa kudhanii lammeesso'ootitti, ilmi Ele'aa Hose'a mootii te'ee Samaariyaa keessa tee'ee, woggaa sagal Israa'el bulche.