2 Kings 17:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni gubbafi mukeeni gaadisa gugurdo jalale ch'ufa, d'akhaa old'ad'aabani, akheekha Ashera mid'aafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tulloota dhedheeraa maraa irratti, mukkiin lalisaa jalatti sooddu'uu fi hulee itti waaqeffatan ijaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan koobota maraa fi muka banqaaqaa mara jalatti, soodduu woyyitti'ii fi fakkii waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu dhaabane.