2 Kings 17:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fulla waaqa d'ara iti kad'atani ch'ufati hit'aana aarsani, aada gosa AABBO Waaqi lafa keesaa gusse, gula yaani. Worri waan hamtu tolfate, waan sunini AABBO Waaqa dallansiise,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Orma Rabbi afoo isaaniitii balleesse hojjatanii hulee sagadaa ka tulloota maraa irratti hixaana aarsa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan achitti akkuma kolbaan biyya adda addaa, ta Mootiin Waan Maraa Israa'eloota duraa ari'ee baase goote, addee waaqonfanna'aa mara irratti hixaana aarsane; isaan waan hantuu hujanee Mootii Waan Maraa aarsane.