2 Kings 17:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
seera AABBO Waaqa ka Waaqa harkaani boch'ani inkad'atiina jed'u, ch'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa hojjatanii Rabbiin aarsanii waaqolee tolfamaa Rabbi dhoogge waaqeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Waaqota dharaa hin waaqonfatina'a» jedhulle, isaan waaqota dharaa waaqonfatane.