2 Kings 17:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi raaga erge, worra Israelitiifi ka Yuda gorse waan jed'e, Kara keesani hama kana iraa deebia, aada tiyya ta seera anini duri ababoota teesani kenne, eegi sunile raagoota tiyyaani isani barsiise, jabeesa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi isaaniin «Hujii hamaa hojjattan dhiisaa'a; ajaja abboota keessanitti kenne, ajajaa fi seeraa raattota garboota tiyyaan isinitti erge maraa eegaa'a» jedhee raattota maraa fi afaan worra raaguu maraan Israa'elii fi Yihuuda'atti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa karaa raagotaatii fi worra mudhii dhagguutiin kolbaa Israa'eliitii fi Yihuda'aa, «Karaa hamaa keessan irraa deebi'a'a; ajajaa fi seerata kiyya ka ani abbootii teessan ta duriitiif kennee, karaa tajaajiltoota tiyya raagotaatiin isaanitti erge san eegadha'a» jedhee ifi eeggachiiseeraayyu.