2 Kings 17:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri seera AABBO Waaqa isaani ch'ufa ch'abse, sibiila tume akheekha koromi lama mid'aafate; ammalle akheekha waaqa Ashera jed'ani mid'aafatani, urji kad'atani, waaqa Baali jed'ani hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja Rabbii waaqa ufii maraa dhiisanii sibiila baffame irraa fakii waatilee lamaa hojjatan; muka hulee itti waaqeffataniillee hin dhaaban; uumama sami'iitiillee hin sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ajaja Mootii Waan Maraa Ka Waaqa ifii mara didanee, fakkii jabbi'ii ta worqii irraa hujante lamaa fi fakkii waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu hujatane; urjoota ol-gubba'aa mara waaqonfatanee, waaqa Ba'aaliille tajaajilane.