2 Kings 17:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka hama worra Israeliti dallane, fuula ufi dura worra gusse, gosa Yuda ch'alla hambise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Rabbi Israa'eliin guddisee lolee afoo ufiitii isaan balleesse; afoo isaatitti gosa Yihuuda'aa malee womaa hin hafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Israa'elootatti guddoo aaree, isaan ifi duraa fageessee, gosa Yihuda'aa qofa lakkise.