2 Kings 17:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, ammo tatule haga hayyoota isa durati Israeli mohate intolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin afo'otti waan hamaa hojjatee Rabbiin gaddisiise; garuu cubbuun inni hojjate ka mootonni Israa'elii ta isaan dura turan hojjatan hin gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje; te'uu malee haga moototi Israa'elii ta isaan duraa hujane hin hunye.