2 Kings 17:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra Israeli ch'ufa dide, worra gaargalche, harka nyaapa worraati worra kenne duuba eege akasiini fuula ufi dura worra balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi fiixaa Israa'elii maraa jibbee diintota isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa sanyii Israa'elii mara jibbee, haga isaan isa duraa badanutti, harka worra isaan saamuutitti dabarsee kennee isaan adabe.